Home2022November (Page 14)

November 2022

Finfinnee, Sadaasa 2/2022- Dhibeen Koleera Godina Baalee gandoota 25  aanaalee sadi keessatti fi gandoota sagal aanaa lama naannoo Somaalee keessatti muudateen namoonni sagal du’uu fi hanga Onkoloolessa 1/2022tti namootni 330 dhukkubichaan qabamuu gabaasni UNOCHA mul’ise. Kana malees godina Baale Bahaa keessattis namoonni Koleeran shakkaman qoratamaa

Read More

MM Abiy Ahimad yeroos pireezidantii itti-aanaa kan ture pireezidantii naannoo Tigraay ammaa Dabratsiyoon Gabramikaa’el harka qabatee mul’ata, Aksuum Waxabajjii 10, 2019. Suuraa: Waajjira MM Itoophiyaa Finfinnee, Sadaasa 1/2022 - MM Abiy Ahimad turtii CGTN wajjiin taasiseen mootummaan federaalaa “seera biyyaatti akka kabajan, heeraaf akka abboomamanii fi

Read More

Geetahuun Laggasaatiin Finfinnee, Sadaasa 01/2022 - Manneen barnoota Finfinnee Afaan Oromoo qofaan hojii baruu fi barsiisuu raawwachaa jiran hir'ina meeshaalee barnootaatiin raakamaa jiraachuu baraiisoonni Addis Standarditti himan. Manneen barnoota kuni baajata mootummaa naannoo Oromiyaatiin ramadamee fi gargaarsa dhaabbilee tola oltummaarraa argameen bara 2018 hundeeffaman. Haata'u malee,

Read More