HomeFeature (Page 12)

Feature

Suuraa: UNICEF Itoophiyaa/2022/Naahom Tasfaaye Cabsaan sirna fuudhaaf eerumaa naannawa Baaletti gareen warra dhiiraa warra dubaraa dhaquun intala isaanii akka itti heerumsisaan gaafataniidha. Shamarraan kanneen heerumsiisuu fi dhiisuu kan maatii irratti hundaa’aa waan ta’eef baarsiifataa akkasii kana keessatti shamarraan kunneen umurii isaanii kichuutti barnoota addaan kutanii heerumuun

Read More

Darajjee Gonfaatiin Finfinnee, Guraandhala 15/2022-Sadaasa darbe erga humnootni mootummaa naannoo Amaaraatti Godina Addaa Saba Oromoo too’atanii booda ajjeechaa namootaa nagaa akkuma itti fufetti jira jedhu gabaasaaleen. Qorannoon Addis Standard taasisee namootni nagaan humnoota mootummaatiin jumlaan hidhamaa fi ajjeefamaa akka jiran ifoomse. Bulchiinsi godinichaa tarkaanfiin kun tarkaanfii

Read More