HomeFeature (Page 13)

Feature

Siyaannee Mokonnon tiin Finfinnee, Amajjii 17/2022- Jila Gadaa Karrayyuu, ajjeechaa Tuuta Gadaa Karrayyuu booda achi buuteen isaanii dhabame keessaa namootni ja’a Mudde 30/2021 gadi lakkifaman. Miseensi Tuuta Gadaa Michillee Mudde 1/2021 Karraa jila irraatti waan uumamee fi turtii mana hidhaa yeroo jalqabaaf Addis Stadarditti  hime.  “Yeroo

Read More

Geetahun Tsaggayee tiin Finfinnee, Amajjii 15/2022- Abbis Geetaachoo qorataa diinagdee qaala’insa Itoophiyaa keessa jiru irratti qorannoo gaggeessa ture.  Qaala’insi gatii dhiibbaa guddaa kan uumu namoota galii dhaabbataa qaban  hojjattoota mootummaa, sooramtoota fi namoota galii xiqqaan hojii yeroo gabaaba hojjatan irratti jedha Geetaachoon. Akka inni jedhutti kutaan

Read More