Home2022January

January 2022

Maahlet Faasil tiin Finfinnee, Amajjii 31/2022- Namootni dhibbaa ol ta’an labsii yeroo muddamaa jalatti  ji’oota dheeraaf godina Gujii lixaa buufata Poolisii Bulee Horaatti hidhamanii akka jiran Addis Standarditti himan. Hidhamtootni kunneen qaamolee hawaasa iddoo adda addaa irraa  qabaman akka ta’an himatu. Namootni hidhaa keessa jiran kun

Read More

Finifnnee, Amajjii 28/2022- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) ibsa baaseen Kaaba Itoophiyaatti namootni miliyoona 9.4 ta’an gargaarsa barbaadu jedhe. Dhaabbatni Nyaata Addunyaa(WFP) uummata naannoo Tigraayi  jiru keessaa harki 40 hanqina nyaataa hamaaf saaxilamaniiru jechuun ibsa baase.  Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa

Read More

Finfinnee, Amajjii 27/2022-Godinaalee Oromiyaa saddeet keessatti hongee muudateen namootni kuma 800fi 244 gargaarsa akka barbaadan Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Kaatota Misoomaa Oromiyaa beeksise. Kana malees Sababa walitti bu'insaatiin namootni 4,976,981 rakkoof saaxilamaniif gargaarsa midhaan kuntaalli 1,587,694 fi qarshii miliyoonni 51 fi kumni 755 raabsamuu komishinichi

Read More