Home2022January (Page 5)

January 2022

Finfinnee, Amajjii 5/2022-Gaanfa Afrikaatti bakka bu'aan Addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Jeffiri Feeltimaan, Kamisa Itoophiyaatti imaluun marii nageenyaa irratti aanga'oota olaanoo waliin akka mari’atu ibsame.  Waraanni Kaaba Itoophiyaa namoota kumaatamaan lakkaa’aman galaafatee, miliyoonota ammoo qe’ee isaanii irraa buqqisee jira. Waraanni kun akka dhaabbatu Ameerikaan irra deddeebiin waamicha dhiyeessaa

Read More

Caalaa Fayyee, jiraataan Aanaa Diggaa Finfinnee, Amajjii 3,2022- Jiraattootni Godina Wallagga Bahaa Aanaalee addaa addaa irraa humnoota hidhataniin qe’ee fi qabeenya  isaanii irraa  buqqifaman rakkoo keessa jiraachuu himu. Godinichatti sababa rakkoo nageenyaatiin namootni kuma dhibbaa fi kuma 28 caalaan qe’ee isaanirraa buqqa’uu bulchiinsi Godinichaa

Read More