Home#ASDaily news (Page 7)

#ASDaily news

Suuraa: Miidiya Hawaasaa Finfinnee, Waxabajjii 21/2022- Godina harargee lixaa Aanaa Gumbii-Bordoddee Magaalaa Bordoddee ganda lammiitti rooba dheengadda  bubbee fi cabbiin walmakee roobeen qabeenyaa fi namoota irra miidhaa cimaa fi salphaan, qaqqabuu waajjirri Buusaa Gonofaa Aanichaa beeksise. Itti gaafatamaan waajjira buusaa gonofaa Aanichaa Gabii Amaanoo manni jireenyaa 85

Read More

Finfinnee, Caamsaa 18/2022: Ejaansii Galmeessa Ragaalee Bu’uuraa Magaalaa Finfinnee Waraqaa eenyummaa Dijiitaalaa seeraan ala hojjatamee raabsamaa jiraachuu fi kanumaan walqabatee namootni 11 hojjattoota Eejansiichaa dabalate karaa seeran alan Waraqaa Eenyummaa Diijitaalaa hojjachaa turan to’annoo jala oolu DHPI gabaase.   Waraqaa eenyummaa Dijiitaalaa seeraan ala argameen tajaajila

Read More