HomeArticles Posted by Alemitu Homa (Page 38)

Author: Alemitu Homa

Finfinnee, Adoolessa 16/2022: Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa paartii siyaasaa haaraa uummata Sidaamaa giddu galeessa godhachuun hundeeffame Paartii Federaalawaa Sidaamaaf waraqaa ragaa galmeessa yeroo kenne. Akka ibsa paartichi Addis Standarditti ergeen, “uummatni Sidaamaa uummata erga waggoota 135 dura eegalee ofiin of bulchuuf, aadaa fi afaan isaa akka kabajamuuf

Read More

Darajjee Gonfaatin Finfinnee, Adoolessa 16/2022 - Weerarri Covid-19 hawaasa tokko tokko warra kaan irraa haala ulfaataa ta’een, keessattuu kanneen bakkeewwan baadiyyaa uwwisa eegumsa fayyaa gadi aanaa qabu keessa jiraatanitti rakkoo hawaasummaa, diinagdee fi fayyaa daran hammeesseera. Biyyoota akka Itoophiyaa jiranitti rakkinichi ni hammaata. Buufataalee fayyaa gaarii

Read More

Ajjeechaan Murtii Malee Humnoota Mootummaatiin Geggeeffamu, Mirga Jiraachuu Lammiilee Qoraa Jira! Haala yeroo irratti ibsa Koongirasii Federaalawa Oromoo (KFO) irraa kenname Abdiin jijjiiramaa qabsoo nagayaa ummanni Oromoofi obboloota biroo waliin ta’uudhaan geggeesseen kan dhufe, qaama aangoo mootummaa too’atee jiru kan dheebuu aangoo fi maal na dhibeetiin erga

Read More