Oduu: Ajjeechaa namoota 60 oli Hidhattoota Amaaraa naannichatti socho’an, naannoo Amaaraa irraa dhufantu raawwate: KMNI
Finfinnee, Fulbaana 07/2022 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gabaasa haaraa baaseen, Oromiyaa Lixaatti adeemsa haleellaa guyyoota lamaaf namoota hidhatanii naannicha irraa walitti qabamanii fi kanneen aanaalee ollaa mootummaa naannoo Amaaraa irraa qaxxaamuraniin raawwatameen, hawaasa Oromoo keessaa namoonni 60 ol ta’an ajjeefamuu mirkaneesse. Namoonni ijaan argan torban