HomeArticles Posted by addisstandard (Page 138)

Author: addisstandard

Buruk Alamuutiin @Birukalemu21 Finfinnee, Hagayyaa 26/2022- Magaalaa Walqixxeetti komaandi poostii fi kilaastara mormuun lagannaa guyyaa lamaa gaggeessaa jirachuu jiraattonni magaalichaa Addis Istaandarditti himan. Jiraataan magaalaa Walqixxee maqaan  akka hin dhahamne barbaade tokko komaandi poostiin kun heera mootummaatiin waan hin taaneef mirgi bilisummaa sochii hawaasaa uggurameera jedhe. Itti

Read More

Lolaa Suuraa: Waajjira Kominikeeshinii Gaambeellaa Finfinnee, Hagayya 25/2022- Kutaaleen Itoophiyaa tokko tokko  torbeewwan dhufan keessa balaa lolaan mudachuu kan danda’u yoo ta’u, namoota 400,000 ol ta’an yaaddoo buqqa’uuf saaxilaman dabalatee namoonni miiliyoona 1.7 ol ta’an miidhamuu hin oolan jedhe UNOCHAn gabaasa kaleessa baaseen.  Naannoo Gaambeellaatti balaa lolaa

Read More

Buruk Alamuutiin @Birukalemu21  Finfinnee, Hagayya 24/2022- Manni Maree Federeeshinii gaaffii naannoon ijaaramu Godinaalee Walaayittaa, Geede’oo, Gaamoo, Goofaa, Koonsoo, Oomoo Kibbaa, akkasumas aanaa addaa Amaaroo, Alee, Baaskeettoo, Burjii fi Daraashee irratti murtoo laachuuf ji’a sadi keessatti  filannoon gagggeeffamee bu’aa filannoo mana marichaaf Bordii Filannoo Biyyalessaa akka dhiyeessu

Read More