Home2023March (Page 8)

March 2023

Abbabaa Biqilaan Olompikii bara 1960 Roomitti gaggeeffame irratti miila duwwaa yeroo fiiguu, Suuraa: Getty Images Finfinnee, Bitootessa 16/2023 - Maraatooniin Room bara 2023 seenaa lammiin Itoophiyaa kan biraa miila duwwaan fiigicha maraatoonii guutuu fiiguu irra deebiin addunyaatti mul’isa jedhame eegamaa jira. Daarektara Fiigicha Guddaa Itoophiyaa (Ethiopian

Read More

Adaanach Abeebee, Kantiibaa magaalaa Finfinnee. Suuraa: Fuula fesbuukii waajjira kantiibaa magaalaa Finfinnee Finfinnee, Bitootessa 15/2023 - Magaalaa Finfinneetin giddugala jeequmsaa taasisuuf yaaliin adda addaa yeroo adda addaatti godhamaa ture fashalaa'uu kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee beeksiste. Akka gabaasa kantiibaan magaalittii walga’ii idilee Mana Maree Magaalaa Finfinnee adeemsifamaa

Read More

Xaafii, Suuraa: Getty Images Finfinnee, Bitootessa 14/2023 - Daballii gatii midhaan nyaataa, keessattuu xaafii, irratti tibbana mul’achaa jiru ilaalchisee Kominikeeshiniin mootummaa naannoo Oromiyaa ibsa kaleessa Bitootessa 13 karaa fuula feesbuukii isaarratti baaseen, qaala’insi jireenyaa yeroo ammaa mul’achaa jiru bu’uura gabaa kan hin qabneefi bakka hanqinni oomishaa

Read More