Home2023March (Page 4)

March 2023

MM Abiy Ahmad walga'ii koree hoji-raawwachiiftuu paartii Badhaadhinaa irratti, Suuraa: PP Finfinnee, Bitootessa 18/2023 - Walgahii guyyaa lama taa’een booda koreen hoji-raawwachiiftuu paartii biyya bulchuu MM Abiy Ahmadiin hogganamu Itoophiyaan “sadarkaa murteessaa” keessa jiraachuu amanuun rakkoolee biyyattii, ummataa fi bulchiinsa paartichaa qunnamaa jiran shan tarreesseera. Akka ibsa

Read More

Geetaachoo Raddaa Finfinnee, Bitootessa 18/2023 - Koreen giddu galeessaa Adda Bilisaa baasa Uummata Tigraay, miseensa koree hojii raawwachiiftuu paartichaa kan ta’e Geetaachoo Raddaatin hoogganaa bulchiinsa yeroo mootummaa naannoo Tigraay akka ta’u filachuu isaa maddeen dhimmichatti dhihoo ta’an sadii Addis Standardtti himaniiru. Geetaachoon miseensota koree giddu galeessaa 41

Read More

Finfinnee, Bitootessa 17/2023- Komishinara Olaanaa Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa Daani’eel Baqqalaa akka jedhetti, beekamtii fi deeggersi uummata fi mootummaa Ameerikaa irraa “kaka’umsa haqa ce’umsaa kan biyyoolessaatif” agarsiisan adeemsa jalqabame kan ariifachiisuudha jedhe. Marii Ministeera Haajaa Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinken waliin gaafa Bitootessa 15 taasisaniin booda ibsa

Read More