Home2023March (Page 9)

March 2023

Miidhamaa rakkoo hongee tokko godina Booranaa, magaalaa Yaa'aballoo, kaampii buqqaatotaa Elwayaa keessatti daakuu gargaarsaa baatee deemu Biruuk Alamuu  fi Madihaanee Iqqubaamikaa’eliin Yaa’aballoo, Booranaa - Gargaarsi namoomaa godina Booranaatiif ergame malaammaltummaa namoonni gargaarsa tamsaasan raawwataniin faayidaa dhuunfaatiif oolaa waan jiraniif hawaasni magaala Yaa’aballoo dararamaa jira. Jiraattonni magaalattii daakuun barreeffama

Read More

Finfinnee, Bitootessa 14/2023 - Sababa hongee naannoo Oromiyaa godinaalee Baalee, Arsii fi Harargee Lixaatti mudateen manneen barnootaa 18 cufamuu fi barattoonni kuma 5 fi 294 barnoota isaanii addaan kutuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Sadarkaa Itti Aanaa Itti Gaafatamaa Biirootti Gorsaan Biirichaa Eefreem Tasammaa akka EBCtti himeen,

Read More

Hokkora torbee darbe mudateen yoo xiqqaate namoonni 10 ol du'aniiru (Suuraa: Jiraattota) Finfinnee - Dhiyeenya daangaa naannoo Sidaamaa fi Godina Arsii Liixaatti hokkorri tibbana lubbuu namoota kudhanii olii galaafate, akka miidiyaaleen gabaafamaa ture, wal-dhibdee daangaa ykn ammoo walitti bu’iinsa saboota Oromoo fi Sidaamaa jidduutti uumame miti

Read More