Home2023March (Page 10)

March 2023

Dura taa’aa itti aanaa KFO fi xiinxalaa siyaasaa Obbo Jawaar Mohaammad Finfinnee, Bitootessa 11/2023- Jeequmsi keessaa fi alaa Oromiyaa fi Itoophiyaa raasaa jiru dogongora aangoo argame cimsachuuf jecha raawwatameeni jedhe dura taa’aa itti aanaa Koongireesii Feederaalaa Oromoo (KFO) fi xiinxalaan siyaasaa Obbo Jawaar Mohaammad. Barruu fuula 73

Read More

Finfinnee, Bitootessa 10/2023 - Ministirri Haajaa Alaa Ameerikaa Antonii Biliinkan torbee dhufu Itoophiyaa akka daawwatan waajjirri isaanii mirkaneesse. Biliinkan Bitootessa 14-17 gara Itoophiyaa fi Nijeer imalu. “Gaafa Bitootessa 15 ministirichi Finfinnee, Itoophiyaatti imaluun hojiirra oolmaan waliigaltee waraana dhaabuun nagaa buusuu fi haqa yeroo cehuumsaa mirkaneessuu

Read More

Miseensota Abbootii Gadaa Gujii fi jaarsolii biyyaa ibsa kennan, Suuraa: VOA Afaan Oromoo Finfinnee, Bitootessa 10/2023 - Miseensota Abbootii Gadaa Gujii fi jaarsolii biyyaa jiraattota godina Gujii bakka bu’uun aanga’oota olaanoo mootummaa naannoo Oromiyaa waliin mari’atan. Jiilli abbootii Gadaa kun dhimma marii aannga’oota mootummaa waliin taasise

Read More