HomeSocial Affairs (Page 63)

Social Affairs

Suuraa: UNICEF Itoophiyaa/2022/Naahom Tasfaaye Cabsaan sirna fuudhaaf eerumaa naannawa Baaletti gareen warra dhiiraa warra dubaraa dhaquun intala isaanii akka itti heerumsisaan gaafataniidha. Shamarraan kanneen heerumsiisuu fi dhiisuu kan maatii irratti hundaa’aa waan ta’eef baarsiifataa akkasii kana keessatti shamarraan kunneen umurii isaanii kichuutti barnoota addaan kutanii heerumuun

Read More

Buqqaatota Oromoo haleellaa hidhattoota naannoo Amaaraatiin Lixa Oromiyaa irraa buqqa'anii Adaamaa Ganda Kurfaa jiran Iteenash Abarraa @EteneshAB fi Darajjee Gonfaa @DerejeGonfa tiin Finfinnee- Walitti bu’insi godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessa jiru jiraattota kumaatamaan lakkaawwaman qe’ee isaanii irraa buqqisaa jira. Addis Standard jiraattota godina lameen

Read More

Finfinnee-Komishiiniin Mana Amantaa Warra Wangeelaa Makaana Iyyasuus Itoophiyaa tajaajila misoomaa fi hawaasummaa (EECMY-DASSC) pirojeektii miidhaa hongeen hawaasa naannoo Oromiyaa godina Booranaa irraan gahu ittisuuf oolu birrii Miliyoona 23 fi kuma 500tti tilmamamuun jalqabsiise.Pirojeektichi Abbootii warraa 15,232 fayyadamoo ni taasisa jedhame eeggama. Godinni Booranaa godinaalee Oromiyaa hongee

Read More