HomeSocial Affairs (Page 66)

Social Affairs

Finifnnee, Amajjii 28/2022- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) ibsa baaseen Kaaba Itoophiyaatti namootni miliyoona 9.4 ta’an gargaarsa barbaadu jedhe. Dhaabbatni Nyaata Addunyaa(WFP) uummata naannoo Tigraayi  jiru keessaa harki 40 hanqina nyaataa hamaaf saaxilamaniiru jechuun ibsa baase.  Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa

Read More

Finfinnee, Amajjii 27/2022-Godinaalee Oromiyaa saddeet keessatti hongee muudateen namootni kuma 800fi 244 gargaarsa akka barbaadan Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Kaatota Misoomaa Oromiyaa beeksise. Kana malees Sababa walitti bu'insaatiin namootni 4,976,981 rakkoof saaxilamaniif gargaarsa midhaan kuntaalli 1,587,694 fi qarshii miliyoonni 51 fi kumni 755 raabsamuu komishinichi

Read More

Mana Hidhaa Al-Shumaasii, Suuraa:Nabiyyuu Siiraak Iteenash Abarraa tiin Finfinnee, Amajjii 22/2022- Ji'a Amajjii keessa diyaaspooraan kumaatamaan lakkaawwaman Awurooppaa fi Ameerikaa irraa waamicha mootummaa sababeeffachuun Ayyaana cuuphaatiif gara biyya dhufanii jiru. Haata'u malee godaantotni Saawud Arabiyaa jiran haala qabiinsa namaaf hin malle keessa jiraachuu Addis Standarditti himan. Gabaasaaleen Addis

Read More