HomeSocial Affairs (Page 65)

Social Affairs

Lammilee Itoophiyaa Hidhaa Saawudi jiranSuuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Guraandhala 11/2022-Dararaan lammiilee Itoophiyaa hidhaa Saawudi Arabiyaa keessa jiranii dhuma kan hin qabneefi dhagahuufu kan nama sururu jedhe Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO)n ibsa kaleessa waaree booda baaseen. Handhuurri rakkoo kanaa “Imaammatootni guddinaaf jedhamanii biyya keenya keessatti bahan, hirmaachisaafi

Read More

Bitaa Pirof. Biraanuu Naggaa, Suuraa: Ministeera Barnootaa Finfinnee- Dhaabbilee Barnoota Olaanoo keessatti qulqullina barnootaa fooyyeeuuf Sanagtaalee Barumsa digrii jalqabaa  hundaaf qormaata Bahumsaa akka kennuu akka eegalu Ministeerri Barnootaa ibse. Ibsi kun kan kenname marii Pirof. Biraanuu Naggaa, Ministeera Barnootaa fi pirezidaantota Dhaabbilee

Read More

Finfinnee, Guraandhala 1/2022-Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) ibsa Amajjii 31/2022 baaseen walitti bu’insi lixa Itoophiyaa jiru baay’ina namoota gargaarsa barbaadanii dabale jedhe.  Godinaalee Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti tasgabbiin dhabamuun isaa namoota hedduu qe’ee irraa buqqise jedha gabaasichi. Wallagga

Read More