HomePolitics (Page 85)

Politics

Naannoo Amaaratti Manni Maree Godina Addaa Saba Oromoo dhimmaa nageenyaa haala yerootiin walqabtee hoggantoota godinichaa jijjiire. Humnootni Tigraay godina addaa Saba Oromoo yeroo too’atanii turanitti ajjeechaa, saamichaa fi qabeenya barbadeessaa akka turan eerame. Haa ta’u malee hoggantootni godinichaa gariin humnoota Tigraayi fi Waraana Bilisummaa Oromoo(Kan mootummaan

Read More

Darajjee Gonfaa tiin  Finfinnee, Mudde 22/2021- Godina wallagga Bahaa Aanaalee adda addaa keessatti walitti bu’iinsa saba irratti xiyyeeffateen  yeroo garaa garaatti namootni ajjeefamuun, buqqa'uuni fi qabeenyi barbadaa’uun akkuma itti fufetti jira jedhu jiraattootni Addis Standard dubbise. Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaa gandoota baadiyyaa Horroo Alaltu,Meexxii,Gaaddisa Odaa

Read More

Finfinnee, Mudde 17/2021- Abbaan Gadaa Karrayyuu fi Tuutni Gadaa Karrayyuu ajjeefamanii,namootni hedduun achi buuteen dhabamee ture mooraa waraanaa Poolisii Addaa Oromiyaa Mojo jirutti akka argaman maddeen muli’isan. Barreessaan Gamtaa Abbootii Gadaa fi Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa namootni achi buuteen isaanii dhabaman Mojo jirachuu isaanii

Read More