HomePolitics (Page 84)

Politics

Finfinnee, Amajjii 10/2022- Turtii  baatii 18tiin booda Amajjii 7/2022 hidhaa irraa hiikamuu hoggansa isaa mirkaneesse ibsi KFO har’a baase. Hidhaan hoggantoota fi miseenstota paartichaa ilaalcha  siyaasaa irratti kan hundaa’ee jedhe ibsichi. Itti dabaluunis “Qaamoleen nu hidhanis nuti yakka kamirraayyuu bilisa akka taane wallaalanii osoo hin

Read More

Finfinnee, Amajjii 5/2022-Gaanfa Afrikaatti bakka bu'aan Addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Jeffiri Feeltimaan, Kamisa Itoophiyaatti imaluun marii nageenyaa irratti aanga'oota olaanoo waliin akka mari’atu ibsame.  Waraanni Kaaba Itoophiyaa namoota kumaatamaan lakkaa’aman galaafatee, miliyoonota ammoo qe’ee isaanii irraa buqqisee jira. Waraanni kun akka dhaabbatu Ameerikaan irra deddeebiin waamicha dhiyeessaa

Read More

Antoonii Biliinkeen Ministira Haajaa Alaa Ameerikaa, Pirezidaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa Finfinnee, Mudde 29/2021-Ministirri Haajaa Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkeen pirezidaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin dhimmoota Itoophiyaa fi Somaaliyaa, dabalatee dhimmoota waloo faayidaa biyyoota lamaanii nageenya naannichaa eegsisan irratti mari’ataniiru. Itoophiyaa keessatti waraanni hatattamaan akka dhaabatu, dhiittaa fi sarbiinsi

Read More