HomePolitics (Page 82)

Politics

Darajjee Gonfaatiin Finfinnee, Guraandhala 15/2022-Sadaasa darbe erga humnootni mootummaa naannoo Amaaraatti Godina Addaa Saba Oromoo too’atanii booda ajjeechaa namootaa nagaa akkuma itti fufetti jira jedhu gabaasaaleen. Qorannoon Addis Standard taasisee namootni nagaan humnoota mootummaatiin jumlaan hidhamaa fi ajjeefamaa akka jiran ifoomse. Bulchiinsi godinichaa tarkaanfiin kun tarkaanfii

Read More

Bitaa irraa Biqilaa Amaanu, Dachaasaa Wiirtuu, Gadaa Gabbisaa, Mikaa’el Booran, Daawit Abdataa, Kol. Gammachuu Ayyaanaa, Kennasaa Ayyaanaa, Dr. Gadaa oljirraa, Dasuu Duulaa Finfinnee, Guraandhala 10/2022- Addi Bilisummaa Oromoo mootummaan Paartii Badhaadhinaatiin hogganamu miseensota ABO hidhaa jiran gidirsaa jira jechuun himate. ABOn ibsa har’a baaseen hoggantootni

Read More

Finfinnee, Guraandhala 5/2022- Paartileen mormitoota sadi Adda Bilisummaa Oromoo (ABO),Koongiresii Federaalawaa Oromoo ( KFO) fi Adda Bilisummaa Biyyaalessa Ogaaden (ABBO) adeemsi marii biyyaalessaa karoorfame hin beekamu[ABO], qaama walabaan hin filamne[KFO], bakka bu’ummaa hin qabu [ABBO] jedhan.  Addis Standard  KFO fi ABBO’n waamicha mana maree bakka bu’oota

Read More