HomePolitics (Page 78)

Politics

Finfinnee - Mootummaan Naannoo Tigraay labsii araara namoomaa mootummaan Federaalaa kaleessa labse hordofee har’a ibsa baaseera. Mootummaan Tigraay, uummanni Tigraay gargaarsa namoomaa fedhii isaanii gitu, yeroo murtaa’een  yoo argate waraana dhaabuuf murannoo jabaa akka qabu beeksiseera. “Mootummaan Tigraay murtiin waraana dhaabuu akka milkaa’uuf waan danda’u hunda

Read More

Miseensota ABO Finfinnee, Bitootessa 18/2022- Addi Bilisummaa Oromoo(ABO)'n Hayyu Duree Daawud Ibsaa Boordii Filannoo wajjiin mari’achuu ibsa Bitootessa 18 baasen beeksise. Haaluma gaafa guyyaa Bitootessa 10/2022 Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud boordii filannoo deemuun “Walaba ta’anii akka socho’aniifi dirqama akka hayyu-duree paartii siyaasaa tokkootti qaban sirnaan akka

Read More

Finfinnee, Bitootessa 17/2022- Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa (NEBE) akka kaleessa beeksisetti, Paartileen sadii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Adda Bilisummaa Biyyaalessa Ogaadeen (ABBO)  fi Sochii Bilisummaa Sidaamaa (SBS) yeroo yaa’ii waliigalaa itti gaggeeffatan irratti  guyyaa dabalataa gaafataniiru. Boordichi garuu hanga yoonaa gaaffi isaanii ilaalchisuun murtii akka

Read More