HomePolitics (Page 83)

Politics

Maahlet Faasil tiin Finfinnee, Amajjii 31/2022- Namootni dhibbaa ol ta’an labsii yeroo muddamaa jalatti  ji’oota dheeraaf godina Gujii lixaa buufata Poolisii Bulee Horaatti hidhamanii akka jiran Addis Standarditti himan. Hidhamtootni kunneen qaamolee hawaasa iddoo adda addaa irraa  qabaman akka ta’an himatu. Namootni hidhaa keessa jiran kun

Read More

Mohaammed Huseen RoobleeSuuraa: Aljaziira Finfinnee, Amajjii 24/2022-Mootummaan Somaaliyaa, Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen  (ONLF)Itoophiyaa Wagga afur dura  Shorokeessummaan ramadee ture kaase . Mootummaan Federaalaa Somaaliyaa Dilbata darbe akka beeksisetti,  murtee  waggoota afuriin  dura Adda Bilisummaa Biyaalessaa Ogaadeen Itoophiyaa shororkeessummaan ramadee ture haquu beeksisera jechuun The East African

Read More

Ibsa Guutuu Finfinnee, Amajjii 21/2022-Dhaabbileen hawaasaa Oromoo jaatamaa ol ta’an hundeeffamuu Komishiini Marii Biyyalessaa Itoophiyaa ilaalchisuun ibsa kennan. Yeroo jalqabaaf dhaabbilee Sivikii, Falmattoota Mirga Dhala Namaa fi Waldaalee Hawaaasaa Oromoo idil-addunyaa walitti dhufanii marii biyyaalessaa adeemsifamuuf jiru irratti yaaddoo qaban ibsan. Sadaasa darbe manni maree

Read More