HomeEthiopia (Page 132)

Ethiopia

Biruk Alamuutin @Birukalemu21 Finfinnee, Caamsaa 13/2022- Paartiin Kongirasii Federaalawaa Oromoo(KFO) Itoophiyaan maraammartoo “Kufaatii siyaasaa, walwaraansi fi kufaatiin diinagdee” keessa jiraachuu eeree waraanni akka dhaabatuu fi mariin biyyaalessaa dhugaa akka taasifamu waamicha dhiyeesse.  Ibsa kaleessa magaalaa Finfinneetti laateen paartichi, “Eddoowwan garaa garaa biyyattiitti keesummatuu Kaaba Itoophiyaatii waggaa

Read More

Finfinnee - Mana Maree Nageenya Biyyaaleessaa, Ministira Mummee Abiy Ahmadiin durfamuufi hoggantoota olaanoo Raayyaa Ittisa Biyyaa, Poolisii fi Nageenyaa, akkasumas Pirezdaantota Naannolee fi kanneen biroo of keessatti hammatu haala nageenya biyyatti irratti kaleessa mari’ateera. Marii kanaan, “garee fi namoota dhuunfaa” meeshaa waraanaa seeraan ala hidhatanii

Read More

Finifinnee- Bulchiinsi godina Shawaa Bahaa humni finxaaleyyii Amaaraa ‘Faannoo’ jedhee of waamu Ambulaansii gube jedhe.  Ambulaansiin kun namoota afur fe’uun godina Harargee Bahaa aanaa Gursum irraa Ebla 19,2022 gara Adaamaatti imala ture jedhe waajjirri kominikeeshinii godina Shawaa Bahaa. Maxxansi Feesbookii waajjirichaa akka ibsutti, halkan keessa sa'aati

Read More