HomeEthiopia (Page 131)

Ethiopia

"ABOn ummati Oromoo alaabaa kana akka qabeenya fi asxaa isaatti fudhachuu isa gammachuu guddaa irraa qaba " ABO Finfinnee, Waxabajjii 9/2022- Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama alaabaa Adda

Read More

Darajjee Gonfaatin @DerejeGonfa Finfinnee, Caamsaa 27/2022 - Ministeerri Dhimma Alaa Ityoophiyaa baatilee lamaan darban keessatti  lammiilee Itoophiyaa  28,000 ta’an  kanneen  manneen hidhaa Sa'uudii Arabiyaa keessatti rakkachaa turan  gara biyyaatti deebifamaniiru jedhe. Lammiileen Itoophiyaa  manneen hidhaa Sa'uudii Arabiyaa addaa addaa keessatti argaman mootummaan akka gara biyyaa isaan

Read More

Finfinnee, Caamsaa 18/2022 -Sirni awwaalcha Obbo Sintaayyoo Tolaa magaalaa Sabbataa bataskaana qidduus Gabrieelitti raawwatamaa jira. Obbo Sintaayyoo Tolaa Hayyuu Seenaa Oromoo akkaan beekaniif seenaan,aadaan fi duudhaan Oromoo akka beekkamu nama hojii guddaa hojjatan ta'uun ibsameera. Akka OBN gabaaseetti, sirnicharratti hoggantoonni Mootummaa Olaanoon Af Yaa’ii

Read More