HomeWorld News (Page 5)

World News

Geetahuun Laggasaa  @Birmaduu2 Finfinnee, Mudde 8/2022- Jiraattonni aanaa Giddaa Ayyaanaa fi Kiiramuu godina Wallagga Bahaa haleellaa namoota hedduu galaafate baqatan rakkoo namoomaa hamaa keessa akka jiran jiraataan fi aanga’aan Addis Standarditti himan. Namoonni 30,000 ta’an haleellaa baqatanii magaalaa Giddaa buufatan kunneen Nyaata, Bishaa, Iddoo boqonnaa fi

Read More

Finfinnee, Sadaasa 18/2022- Waajjirri Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ibsa kaleessa baaseen  adaabbii ajjeejjaa namoota torbaa roobii darbe  Kuweetitti raawwatame balaaleffate.  Duubbi himtuun dhaabbatichaa Liiz Tirassel  tarkaanfii kana “waan nama rifachiisu ” jechuun ibsite. Kanneen  du'aan adabaman lammiilee Kuweet afur (dhiira sadii fi Dhalaa tokko), dubartii

Read More

Damissoo Moosisaa Finfinnee, Sadaasa 15,2022 - Weellisaa Oromoo Damissoo Moosisaa erga waggaa tokko oliif to’annoo poolisii Oromiyaa jala turee booda bakka buuteensaa kan dhabame yoo ta’u maatiin weellisichaa garuu poolisiin Oromiyaa murtii malee akka ajjeese quba qabaachuu Addis Standarditti (AS) himaniiru. Damissoo Moosisaa humna poolisiin

Read More