HomeArticles Posted by addisstandard (Page 21)

Author: addisstandard

Finfinnee, Adoolessa 15/2023 - Naannoo Beenishaangul Gumuz, godina Matakkal, magaalaa Gilgal Balas iddoo addaa “kaampii Chaayinaa” jedhamutti haleellaa hidhattoonni raawwataniin miseensoota milishaa naannoo sanaa 3 dabalatee namoonni 8 ajjeefamuu Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) beeksise. Haleellichi kan raawwatame torbee darbe keessa Adoolessa 7 guyyaa sa’aatii 11:30

Read More

Finfinnee, Adoolessa 14/2023 - Paanaaliin ogeeyyii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii gochaa Itoophiyaaan dhiyeenya kana Eritraanota dhiibbaan lakkaa’aman biyyaa ari’uu raawwatte seera idiladdunyaa kan cabsuudha jechuun cimsee balaaleffateera. Aanga’oonni mootummaa gochaa kola-galtoota, godaantotaa fi baqattoota Eritraa biyyaa baasuu akka dhaaban ogeeyyonni kunneen waamicha taasisaniiru. Akkaataa ogeeyyii kanaatti,

Read More

Gabaa Jimaa godina Harargee Bahaa aanaa Kombolchaatti argamu Abdii Biyyansaatiin  @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 14/2023 - Qonnaan bultoota fi al-ergitoonni Jimaa naannoo Oromiyaa keessatti argaman sababa dambii mootummaan irra kaa’een rakkoo hawaas-dinagdee hin eegamne isaanirra geessisaa jira. Bu’aan dambii mootummaa kanaas damee kana keessatti qonnaan bulaa irraa kaasee

Read More