HomeArticles Posted by addisstandard (Page 20)

Author: addisstandard

Paatriyaarkiin Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas phaaphaasota wayita muudan (Suuraa: Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa) Finfinnee, Adoolessa 17/2023 - Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Phaaphaasota sagal muuduun gara manneen amantaa naannolee Oromiyaa fi Kibbaatti argaman ramaduu beeksiste. Paatriyaarkiin Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna

Read More

Lammiileen Israa'el Itoophiyaa keessa barootaaf jiraatan gara "biyya hidda sanyii isaanii" Israa'el yeroo galan. Suuraa: The Times of Israel Finfinnee, Adoolessa 17/2023 - Mootummaan Israa'el lammii biyyattii Naannoo Amaaraa, Gondar keessatti ukkaamfame jedhame soba ta’uu hordofee barbaacha taasisaa ture addaan kute. Lammiin Israa’el ganna 79

Read More

Komaandar Minwuyyeellat Cinqilloo Finfinnee, Adoolessa 15/2023 - Naannoo Amaaraa, godina Shawaa Kaabaatti ajajaan poolisii magaalaa Dabrabirhaan Komaandar Minwuyyeellat Cinqilloo rasaasa namoota hin beekamne irraa itti dhukaafameen ajjeefamuu bulchiinsi magaalichaa beeksise. Ajajaan poolisii magaalittii kun kaleessa Adoolessa 14 hojiirra osoo jiranitti dhukaasa irratti dhukaafameen ajjeefamuus eerameera. Akka kominikeeshiniin

Read More