HomeArticles Posted by addisstandard (Page 148)

Author: addisstandard

Haayiluu Addunyaa fii Taayyee Danda’aan Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Adoolessa 29/2022 - Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma nageenya naannichaa fi “tarkaanfii qaamolee hidhatan irratti fudhatamaa jiru” ilaalchisee  ibsa miidiyaaleef kenneera. Hoogganaan Biiroo Koomunikeesiinii Oromiyaa Haayiluu Addunyaa ibsa gaazexeessitootaaf kenneen yaa’ii idilee Caffee marsaa lammaffaa dhiyeenya

Read More

Alamituu Hoomaatiin  @alemituhoma  Finfinnee, Adoolessa 28/2022-  Manni Murtii Aanaa Buraayyuu dhaddacha Adoolessa 18/2022 ooleen  iyyannoo qaamabilisa baasuu (Habeas corpus) qondaalonni ABO afran Mikaa’el Baqqalaa, Daawit Abdataa, Lammii Beenyaa fi Gadaa Gabbisaa dhiyeessan ilaaluun akka hiikaman murteessuu Addis Standard gabaase ture. Haata’u malee murtiin kun raawwatamee hoggantootni

Read More

Finfinnee, Adoolessa 27/2022- Balaa hongee naannoo Oromiyaa fi Somaaleetti muudateef mootummaan feederaalaa fi mootumoonni naannoo yeroodhaan waan deebii hin kennineef midhaan dhaqqabee jedhe Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa ibsa kaleessa baaseen.  Naannoo Oromiyaa godina Booranaa aanaa Yaabelloo, Taltallee, Dubulluq, Dirree fi Moyyaalee akkasumas naannoo Somaalee godinaalee Godee

Read More