Oduu: Poolisiin Federaalaa Nakqaa Eertiraa dabalatee maallaqa biyya alaa biroo seeraan ala socho’an to’annoo jala oolche
Finfinnee, Hagayya 6/2022-Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa maallaqa biyya alaa biyyoota adda addaa karaa seeraan alaa socho’aa ture gargaasa hawaasaa fi qaamolee nageenyaa waliin ta’uun magaalaa Finfinneetti Jimaata Hagayya 5, 2022 to’achuu ibseera. Tarkaanfii kanaan Doolaara Ameerikaa 27, 491, Yuuroo 15, 325, Paawundii Isteerliingi 680 , Nakqaa Eertiraa