HomeArticles Posted by addisstandard (Page 144)

Author: addisstandard

Finfinnee, Hagayya 9/2022-Lammiileen Keeniyaa pirezidaantii biyyatti filachuuf ihar'a ganama sa'aati 12 irraa kaasanii sagalee kennaa jiru.  Kaadhimamtootni Pirezidaantii afran: Daavid Maawuree: Paartii Agaanoo Keeniyaa irraa Ogeessa seeraa fi lallabaa yoo ta'u bara 2013  Pirezidaantummaaf akka dorgumu beeksisee ture. Raali Odiingaa- walta'insa Aziimoo laa Umooja irraa Muummee ministira biyyattii

Read More

Finfinnee,Hagayya 8/2022- Naannoo Oromiyaatti Beelli Dhoksamee Lubbuu Namaa Galaafataa Jira jedhe Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) ibsa Hagayya 6/2022 baasen.  Godinaalee Oromiyaa gara garaatti waqtiin roobaa marsaa afuriif walitti aansee roobni ga’aan argamuu dhabuu isaatiin kan ka’e waggoota sadeen darban keessa hoongee uumameen bu’uura  jireenya Horsiisee Bulaa

Read More

Getaahuun Tsaggaayeetin @GetahunTsegay12 Finfinnee, Hagayya 06/2022 - Mootummaan Itoophiyaa, karaa Gorsaa Nageenya Biyyaalessaa Muummicha Ministeeraa, Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, “garee ergamtootaa & Ambaasaaddarooaa yeroo Maqalee deemanitti haala dhimmicha to’achuu irratti filatan” irratti mufannaa qabu ibseera. Himannaan mootummaa kun kan dhiyaate walgahii Hagayya 02 Pirezidaantii naannoo Tigraay Dabratsiyoon Gabramikaa’el

Read More