Home2022 (Page 27)

November 2022

Alii Birraan eenyu?  Alii Birraan abbaa isaa Mohaammad Musaa fi haadha isaa Faaxuma Alii irraa bara 1948 magaalaa Dirree Dhawaatti dhalate. Abbaan isaa kutaa gosa Afran Qalloo Alaa jedhamurraa yoo ta’u magaalaa Graawaa jedhamu irraa dhufe. Faaxumaa Aliin gama isheetiin kutaa gosa Afran Qalloo Jaarsoo irraati.

Read More

Finfinnee Sadaasa 5, 2022 - Poolisiin magaala Adaamaa abbootii seeraa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa, Dhaddacha Yakkaa bahaa sadi adeemsa seeraa malee hidhuu namni dhimmicha itti dhiyeenyaan beekan garuu maqaan isaanii akka hin eermane gaafatan tokko Addis Standard tti himan. Abbootiin seeraa Dassaalany Lammii, Mohaammad Jimaa fi

Read More