Walitti Bu’insa Godina Addaa Saba Oromootti Uumameen Namootni Kurnaan Lakkaawwaman Du’aniiru
Darajjee Gonfaatiin @DerejeGonfa Finfinnee, Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Jiillee Dhummugaa fi Godina Shawaa Kaabaa keessatti Walitti bu’iinsa umameen namootni 10 ajjeefamuu fi hedduun miidhamuun gabaafame. Walitti bu’insi kun Dilbata gara galgalaa akka eegale Jiraattootni Addis Standarditti himan. Kabbadaa(Maqaan sodaa nageenyaaf jijjiirame) jiraataan aanaa Jiillee