Home2022February (Page 2)

February 2022

Ambaasaaddar Diinaa Muftii, Suuraa: Ministeera Haajaa Alaa Geetahuun Tsaggaayeetiin  @GetahunTsegay12 Finfinnee , Gurraandhala 24, 2024- Ijaarsi Hidha Guddichaa Haaromsaa Itoophiyaa haala gaariin itti fufee akka jiru fi annisaa maddisisuu isaas biyyoota yaa’a gadii irratti dhiibbaa akka hin qabannee kan mul’ise ta’uu dubbate Ambaasaaddar Diinaa Muftiin ibsa har’a

Read More

Xalayaa Siinqee Inistiitiyuutiin Siinqee xalayaa Guraandhala keessa UNESCOf barreesseen ajjeechaa jibbinsaa fi gara jabinaa abbootii Gadaa Karrayyu irratti raawwatame akka balaaleffatu gaafate. Siinqeen Abbootiin Gadaa Karrayyuu bakka tokkotti ajjeefamuu jechuun aanga’oota mootummaa bakka tokkotti ajjeesuun tokkouma jedhe. Kanaanis uummatni Karrayyuu hoggansa dhabuu eere.  Sirni Gadaa Hambaa Kiliyaa

Read More

Buqqaatota Oromoo haleellaa hidhattoota naannoo Amaaraatiin Lixa Oromiyaa irraa buqqa'anii Adaamaa Ganda Kurfaa jiran Iteenash Abarraa @EteneshAB fi Darajjee Gonfaa @DerejeGonfa tiin Finfinnee- Walitti bu’insi godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessa jiru jiraattota kumaatamaan lakkaawwaman qe’ee isaanii irraa buqqisaa jira. Addis Standard jiraattota godina lameen

Read More