Home2022February (Page 8)

February 2022

Suuraa: FBC Finfinnee, Guraandhala 4/2022-Aksiyoonni Albuudaa Oromiyaa bara hojii kanatti warqii Kiiloogiraama 1600 ta’u Adoolaatti oomishuun biyya alaatti erguuf qophii xumuree jedhe. Dhaabbatni kun birrii miliyoona 400 ta’uun hojii maashinaroota galchuu hojjataa jiras jedhameera. Aksiyoonni Albuudaa Oromiyaa mootummaa naannoo Oromiyaa fi inveestaroota biyya keessaan kan hundeeffame

Read More

Bitaa Pirof. Biraanuu Naggaa, Suuraa: Ministeera Barnootaa Finfinnee- Dhaabbilee Barnoota Olaanoo keessatti qulqullina barnootaa fooyyeeuuf Sanagtaalee Barumsa digrii jalqabaa  hundaaf qormaata Bahumsaa akka kennuu akka eegalu Ministeerri Barnootaa ibse. Ibsi kun kan kenname marii Pirof. Biraanuu Naggaa, Ministeera Barnootaa fi pirezidaantota Dhaabbilee

Read More

Finfinnee, Guraandhala 1/2022-Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) ibsa Amajjii 31/2022 baaseen walitti bu’insi lixa Itoophiyaa jiru baay’ina namoota gargaarsa barbaadanii dabale jedhe.  Godinaalee Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti tasgabbiin dhabamuun isaa namoota hedduu qe’ee irraa buqqise jedha gabaasichi. Wallagga

Read More