Home2022February (Page 4)

February 2022

Komishiiaroota Marii Biyyaalessa Suuraa: Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Manni Marichaa walga’ii addaa har’a gaggeesseen  muudama namoota  11 komishinaroota Komishinii Maree biyyaaleessaa jechuun muudeera. Bakka  bu’ootni uummataa  5 sagalee hin kennine, Muudamichis sagalee caalmaan ragga'eera jedhame Isaanis;- . 1. Proofeesar Masfin Aarayaa, 2. Aadde Hiruut Gabrasilaasee Odaa 3. Dooktar Tagenye

Read More

Mahleet Faasil tiin @MahletFasil Finfinnee,Guraandhala 18/2022 –Warshaan Daabboo Shaggar gatii rakasaan osoo addaan hin kutin daabboo jiraattota magaalaa Finfinneetiif  dabboo dhiyeessuuf  ture waggaa tokkoofi ji’a ja’a dura hojii eegale. Haa ta’u malee  warshaan daabboo Shaggar guyyoota torban lamaa as hojii dhaabuu isaatiin jiraattoota galii gadi aanaa

Read More

Bilah Jeeylan tiin  @BilehJelan Finfinnee,Guraandhala 18/2022 - Partiin mormituu naannoo Somalee, Adda Bilisummaa Biyyaalessa Ogaadeen (ABBO) ibsa baaseen,mootummaa naannichaa odeeffannoo dabsuu fi dararaa  hongeen naannicha irraan ga’e gad-xiqqeessani ilaalutiin himateera. “Ajandaa wal qoodinsa Paartii Badhaadhinaa (PP), naannichaa keessatti muudatee ture jijiiruuf, dararaa hongeen qaqqabsiisaa jiru dabalataan, bulchiinsi

Read More