HomePosts Tagged "ethiopian politics" (Page 5)

ethiopian politics Tag

Finfinnee, Caamsaa 06, 2023 - Naannoo Amaaraatti "heera mootummaa diiguun, fiinxaaleeyyii wajjiin tumsuu fi gochaa shororkeessummaa raawwachuutiin" yakkamuun humnoota nageenyaatiin barbaadamaa ture Goobazee Sisaay jedhamu too’annoo jala ooluu humni waloo nageenyaa beeksise. Akka ibsa humna waloo kanaatti, Goobazeen kan qabame isaa gara Jibuutii ce’ee achiirraa gara biyya

Read More

Finfinne, Caamsaa 06, 2023 - Paartiin Koongireesii Federaalaa Oromoo (KFO) marii nageenyaa mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti godhamaa jiru kan deeggaru ta’uu ibsuun marichi milkaa’aa akka ta’uuf mootummaan shakkii fi gaaffii WBOn kaasu ilaalcha keessa akka galchu gaafateera. KFOn ibsa har'a miidiyaaf laaterratti, mootummaan akkuma

Read More

Finfinnee,  Caamsaa 03, 2023 - Bara 2022 qofa keessa gaazexeessitoonni 29 ta’an hidhamuu eeruun Itoophiyaatti walabummaan miidiyaa sarbamaa jiraachuu Amneestii Intarnaashinaal ibseera. Ibsa Roobii Caamsaa 03 dhaabbata miidiya kibba Afrikaa wajjiin ta’uun guyyaa walabummaa miidiyaa idiladdunyaa sababeeffachuun baaseen akka jedhetti, qondaalonni Lixaa fi Kibba Afrikaa gaazexeessitootnni gabaasa

Read More