HomePosts Tagged "ethiopian politics" (Page 4)

ethiopian politics Tag

Finfinnee Caamsaa 20, 2023 - Pireezidaantiin mootummaa ce’umsaa Tigraay Geetaachoo Raddaa humnoonni Eritraa kan hamma yoonaatti Tigraay keessatti argaman gareen Gamtaan Afrikaa raawwii waliigaltee gulaaluu fi mirkaneessuhojiisaa gaggeessuuf rakkachuu beeksise. Miidiyaa naannoo Tigraay “Torban darbe keessa humnoonni Eritraa gareen gulaalaa Tigraay keessatti hojiisaa akka hin raawwanneef

Read More

Finfinnee Caamsaa 17, 2023 - Mootummaan ce’umsaa Tigraayii fi Addi Bilisummaa Ummaata Tigraay (ABUT) murtee boordiin filannoo Itoophiyaa ABUT haquuf dabarse morman. Murteen boordichi ABUTiif beekamtii dhoowwachuu fi paartilee siyaasaa biyyattii keessaa haquuf dabarse kuni "kan fudhatama hin qabneedha" jechuun mootummaa ce’umsaa ijaaramee fi waliigaltee waraana

Read More

Finfinnnee, Caamsaa 15, 2023 - Mootummaan "humnoota finxaaleeyyii badii" hokkora kaasuun aangoo mootummaa humnaa fi qawweedhaan dhuunfachuu barbadan irratti tarkaanfii fudhachuu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise. Tajaajilli sab-qunnamtii mootummaa ibsa kaleessa baaseen akka jedhetti, humnoonni finxaaleyyii kunneen obsa mootummaa akka sodaatti ilaaluun gocha sukaneessaa lammiilee

Read More