HomePosts Tagged "Ethiopia"

Ethiopia Tag

Hidhatarraan (yaa hidhannoo Zinnaaraa) 2X Ati hin dhufin natuu dhufee si laalaa yaa hiriyoo halaalaa 2X Finfinnee, Hag 19, 2023 - Bo’oon lamaan armaan olii kunneen sirba weellisaa Abdii Qophee keessaa kan fudhatamaniidha. Sirba kana kan sirbe qabsoo irra yeroo turetti haadha manaa isaa Yuunivarsitii Asmaraatti barachaa

Read More

Suura: obbo Shimallis Abdiisaa yeroo walgahee Caffeerratti haasaa taasisanittti Finfinnee Adoolessa 10, 2023 - Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa (MNO) obbo Shimallis Abdiiisaa “qaama hidhatee [Oromiyaa keessa] socho’u” rakkoo siyaasaa mariidhaan furuuf qophii qabu simachuuf "fedhii olaanaa" kan qabu ta’uu ibsaniiru. Pireezidaantiin naannichaa waamicha kana kan taasisan yaa’ii

Read More

suura: Baankii Raamiis Teeknoolojiin kuni seera Shari’aa kabajuun tajaajila dhiyeessi meeshaa saffisaa kennuu kan dandesssisuu dha. Finfinnee Caamsaa 30, 2023 - Dhaabbanni teknoolojii waajjirri muummeesaa Singaapoor ta’e Azeentiyoo Sooftweer jedhamu kan Apaaks Paartnar jedhamuun hogganamu tajaajila baankii dijitaalaa Islaamaa haaraa iMAL jedhamu kan seera Shari’aa kabajee hojjatu

Read More