HomeSocial Affairs (Page 62)

Social Affairs

Finfinnee, Bitootessa 11, 2022 - Naannoo Oromiyaatti torban lama keessatti namootni baay’ee dhibee finnoo fakkaatu Gifiraa fi Koleeraan dhibamanii lubbuu isaani akka darbe Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Haaluma walqabatuun naannoo Oromiyaa dabalataan, naannolee Somaalee fi Kibbatti kanneen dhibbaatamaan lakkaawwaman dhibee kanaan akka qabaman Dhaabbata Mootummoota

Read More

Suuraa: OBN Darajjee Gonfaa tiin @DerejeGonfa Finfinnee, Dhibeen garaa kaasaa bifa weeraraatiin ka’ee, namoota hedduu irraan rakkoo hammataa geessisaa jira jechuun jiraattotni godina Gujii, Gujii Lixaa  fi Booranaa Addis standarditti  himan. Bishaan Bootteedhaan dhiyaatu qulqulleessuuf hanqina keemikaala fi qorichaa muudateen hawaasni dhibee garaa kaasaaf saaxilamuu dubbatu aanga’ootni

Read More