HomeEditorial (Page 2)

Editorial

Mootummaan Itoophiyaa ICHREE fi ACHPR yakka Kaaba Itoophiyaa keessatti raawwatame jedhame irratti qorannoo walabaa akka hin geggeessine gufachiisaa tureera, Fakkii: Addis Standard Finfinnee, Guraandhala 27/2023 - Ammi dheeraa fi ulfaataan lammiilee Itoophiyaa miliyoonaan lakkaa’aman sababa waraana yakkoonni gara jabinaa irratti raawwataman waggaa lamaaf naannoo Tigraay keessatti

Read More

Finfinnee- Haalli nageenyaa Oromiyaa keessa jiru qaamolee biyya keessaa fi idil addunyaa irraa xiyyeeffannoo guutuu barbaada. Waggoota arfan darban keessatti haalli nagaanya hawaasaa badaa dhufeera. Waliin jireenyi sabdaneessaa naannicha keessaa waggoota dheeraaf ture sababa dantaa siyaasaa qaawween oofamuun dhabameera.  Walitti dhufeenyi, hariiroon hawaasummaa fi tokkummaan saboota

Read More