HomeArticles Posted by addisstandard (Page 115)

Author: addisstandard

Geetahuun Laggasaatiin Finfinnee, Sadaasa 01/2022 - Manneen barnoota Finfinnee Afaan Oromoo qofaan hojii baruu fi barsiisuu raawwachaa jiran hir'ina meeshaalee barnootaatiin raakamaa jiraachuu baraiisoonni Addis Standarditti himan. Manneen barnoota kuni baajata mootummaa naannoo Oromiyaatiin ramadamee fi gargaarsa dhaabbilee tola oltummaarraa argameen bara 2018 hundeeffaman. Haata'u malee,

Read More

Finfinnee, Sadaasa 01/2022 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) weerara Covid-19 dabalatee balaawwan nam-tolchee fi uumamaa, hongee fi walitti bu’iinsa Itoophiyaa keessatti mudateen dubartoonni fi daa’imman sarbama mirga bu’uuraa cimaaf saaxilamaniiru jedhe. Gabaasni haaraan dhaabbanni mirgoota namoomaa kun baasee haala mirga dubartootaa fi daa’immanii guutuu biyyattii

Read More

Lammiilee nagaa naannoo Tigraay buqqa'an Finfinnee, Onkoloolessa 31/2022-  Sababa waraana kaaba Itoophiyaatti ji’a Hagayyaatii eegalee deemaa jiruun lammiilee nagaa walakkaa miliyoonaa ta’an naannoolee Tigraay, Affaarii fi Amaaraatii kan buqqa’an yoo ta’u namoonni miliyoona 1.5 ta’animmoo sababoota hongee fi walitti bu’insa garee hidhataniitin godhamuun naannoo Oromiyaatii kan

Read More