Home2023June (Page 7)

June 2023

Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu, (Suuraa: Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Kiiramuu) Abdii Biyyansaatiin  @ABiyenssa Finfinnee, Waxabajjii 20/2023 - Garee hidhattoota al-idilee, “Faannoo” jedhamuun beekamu naannoo Amaaraa irraa ka’ee gara naannoo Oromiyaa, godina Wallagga Bahaa, aanaa Kiiramuu ganda Waastii jedhamutti ce’uun haleellaa Waxabjjii 16, 2023 ganama sa’aatii 12 ALI

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 20/2023 - Gargaaraa Daayreektara Kutaa Imaammataa Dagaagina dhaabbata Sagantaa Nyaata Addunyaa (WFP) kan taate Vaalerii Gaarniyeerii Rooyitarsiif akka himteetti, Sagantaan Nyaata Addunyaa (WFP) gargaarsa nyaataa Itoophiyaa irraa addaan kutee ture baatii Adoolessa dhufu irraa eegalee deebisee eegaluuf karoorfachuu ibseera. “Yeroo namoota gargaaraman adda baafnee,

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 19/2023 - Godina Walaayittaatti murtoon ummataa marsaa 2ffaan gaggeeffamaa jira. Buufataalee filannoo garaagaraatti barii sa'aatii 12:00 eegalee ummatni sagalee kennuu eegaleera. Giddugala qindeessaa filannoo 12fi buufataalee filannoo 1,812 irratti adeemsi sagalee kennuu gaggeeffamaa jira. Murtoon ummataa kun naannoo Ummattoota Kibbaa godinaalee 5 aanaalee addaatti

Read More