Home2023June (Page 12)

June 2023

Walaleessituu Biqiltuu Waaqasaa Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Waxabajjii 09/2023 - Biqiltuu Waaqasaan Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Abbayyi Coommaan bakka Migiruu jedhamutti dhalattee guddatte. Barnoota ishee sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa mana barumsaa Miigiruu keessa argamutti baratte. Barnoota qophaa'ina Finca’aatti hordoftee bara 2012 ALI erga xumurtee booda, gara

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 09/2023 - Hokkora Sudaanitti itti fufee jiru dheessuun buqqaatonni 700 hamma 1,000 ta’an guyyaa guyyaan karaa Matammaatiin gara Itoophiyaa galaa jiraachuu dhaabbanni mootummoota Gamtoomanii beeksise. Dhaabbatichi godaantota kanaaf fuufata Matammaa idoo Gaara Maandafroo   jedhamutti bishaan dhugaatii, nyaataa fi tajaajillli fayyaa kennamaa jiraatus dhiyeessiin jiru

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 09/2023 - Itoophiyaa keessatti sadarkaa biyyaaleessaatti gargaarsi miidhamtootaaf kennamaa ture kaayyoo hin yaadamneef akka oolu erga mirkanaa’ee booda dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa (USAID) kenniinsa gargaarsaa Itoophiyaa keessatti taasisaa addaan kutuu isaa ergaa imeelii Addis Standarditti ergeen beeksiseera.  Murteen gargaarsa nyaataa addaan kutuuf darbe baay’ee ulfaataa

Read More