Home2021December (Page 4)

December 2021

Finfinnee, Mudde 4/2021- Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddachi Ijibbaataa lammaffaan oolmaa kaleessatiin Ol iyyannoo abukaattota Jawaar faa fudhatee kan Abbaa Alangaa kuffise. Murtiin kun kan kenname Sadaasa 17,2021 Abukaattotni Jawaar Mohaammadfaa fi Abbaan Alangaa Mana Murtii Waliigalaa Federalaa Dhaddachaa Ijibbaataatti ol iyyannoo erga dhiyeessaanii booda. Adoolessa

Read More

Suuraa: Visit Oromia Jiloo Diidoo(Korma Garaa Hidhe) Finfinnee, Mudde 03/2021- Mootummaan naannoo Oromiyaa Abbaan Gadaa Karrayyuu garee ‘shororkeessaa shanee’ tiin ajjeefaman jechuun ibsa baase. Ibsi waajjirri Kominikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa baase kun Abbaan Gadaa Karrayyuu Kadiir Hawaas Boruu ajjeefamuu mirkaneesseera. Haa ta’u malee ragaaleen Addis Standard

Read More

Finfinnee Mudde 2/2021-Laamiroot Kamaal Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha Yakkaa 2ffaa Farra Shororkaa fi Dhimma Heeraa irratti argamuun ragaa ittisaa yakka ittiin himatamte of-irraa ittistu dhiyeeffachuuf har'a mana murtiitti dhiyaattee. Haa ta’uu malee Laamiroot ragaa ittisaa dhiyeeffachuu akka hin dandeenye fi akkaataa seera ragaa abbaa

Read More