Joo Baayidan Itoophiyaa sagantaa AGOA keessaa haqe
Hojjattoota Paarkii Industirii Suuraa: Korporeshinii Misooma Paarkii Industirii Finfinnee, Mudde 24,2021-Pirezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Itoophiyaa, Maali fi Giinii sagantaa AGOA(African Growth and Opportunity Act) keessa haqe.Biyyootni kunneen ulaagaa sagantichaa 506A(a)(1) hin guutne jedhe. Murteen kun Amajjii 1/2022 irraa kaasee hojii irra ni oola. Sadaasa 21, Ministeerri Haajaa