Home2021December (Page 3)

December 2021

Finfinnee, Mudde 17/2021- Abbaan Gadaa Karrayyuu fi Tuutni Gadaa Karrayyuu ajjeefamanii,namootni hedduun achi buuteen dhabamee ture mooraa waraanaa Poolisii Addaa Oromiyaa Mojo jirutti akka argaman maddeen muli’isan. Barreessaan Gamtaa Abbootii Gadaa fi Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa namootni achi buuteen isaanii dhabaman Mojo jirachuu isaanii

Read More

Finfinnee,Mudde 13/2021-Manni Maree Ministirootaa walgahii idilee 2ffaa guyyaa har’aa gaggeesseen labsii wixinee hundeeffama Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa irratti mari’achuun murtoo dabarse. Ibsa waajjirri Muummichi Ministiraa Abiy Ahimed baaseen Mootummaan filannoo marsaa 6ffaaf dhimmoota biyyaalessaa raawwachuuf waada galee keessaa marii biyyaaleessaa hunda hammate gaggeesssuun waliigaltee biyyaalessaafi dhimmoota

Read More