HomePosts Tagged "WBO" (Page 3)

WBO Tag

Abdii Biyyansaatiin @ABiyensa Amboo, Caamsaa 13, 2023 – Hirmaattonni workshooppii Lixa Oromiyaa magaala Ambootti nagaa buusuuf gaggeeffamerratti hirmaatan nagaa waaraa buusuu fi rakkoo gaaga'ama namoomaa furuuf marii fi hariiroon mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti uumame itti fufuu qaba jedhan. Workshooppiin kun Waldaan Misooma Gurmuu USAID/USAID-ESP

Read More

Finfinnee, Caamsaa 09,2023 - Marii nageenyaa mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Taanzaaniyaatti taa’ameen wal-hubannaa gaariirra ga’amuu eeruun mariin kun cimee itti fufee naannichatti nageenyi waaraa akka dhufuuf "kutannoodhaan" hojjatamaa jiraachuu mootummaan naannoo Oromiyaa (MNO) ibse. Hogganaan Biiroo Sab-qunnamtii MNO Obbo Hayiluu Addunyaa ibsa miidiyaaf kennan

Read More

Finfinnee, Caamsaa 02, 2023 - Mariin waraana dhaabuu mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Taanzaaniyaatti taa’amaa jiruurratti mootummaan ummataaf ibsa akka kennu paartiin mormataa Lammiilee Itoopiyaa Haqa Hawaasummaatiif (Ezema) gaafate. Ezema’n ibsa Caamsaa 02 baaseen, hirmaattota marichaa, qabiyyee marichaa, waliigaltee irra gahamee fi akkamitti hojiirra akka

Read More