HomePosts Tagged "WBO"

WBO Tag

Hidhatarraan (yaa hidhannoo Zinnaaraa) 2X Ati hin dhufin natuu dhufee si laalaa yaa hiriyoo halaalaa 2X Finfinnee, Hag 19, 2023 - Bo’oon lamaan armaan olii kunneen sirba weellisaa Abdii Qophee keessaa kan fudhatamaniidha. Sirba kana kan sirbe qabsoo irra yeroo turetti haadha manaa isaa Yuunivarsitii Asmaraatti barachaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 02, 2023 - Bakka Bakka bu’oonnii Itoophiyaanota biyya alaa jiraatan hawaasa Somaalii, Oromoo, Amaaraa fi Tagaaruu bakka ergamaan addaa Ameerikaa Maay Haamar argamanitti Yuunivarsitii Sandiego'tti Adoolessa 21 hanga 22, 2023 tti marii nageenyaa gaggeessuun ibsa ejjannoo qabxii 13 of keessaa qabu baasan. Bakka bu’oonni

Read More

Suura: obbo Shimallis Abdiisaa yeroo walgahee Caffeerratti haasaa taasisanittti Finfinnee Adoolessa 10, 2023 - Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa (MNO) obbo Shimallis Abdiiisaa “qaama hidhatee [Oromiyaa keessa] socho’u” rakkoo siyaasaa mariidhaan furuuf qophii qabu simachuuf "fedhii olaanaa" kan qabu ta’uu ibsaniiru. Pireezidaantiin naannichaa waamicha kana kan taasisan yaa’ii

Read More