HomeSocial Affairs (Page 61)

Social Affairs

Lafa aanaa Qimbibiit, Suuraa: waajjira Kominikeeshinii aanaa Qimbibiit, Finfiinnee, Lafti guddaan haala hin beekamnee aanaa Qimbibiit irraa bulchiinsa naannoo Amaaraa jala jiraachuun gabaafame. Waajjirri Kominikeeshinii Aanaa Qimbibiit Humni Adda Naannoo Amaara jiraachuun isaa nageenya jiraattotaa irratti yaaddoo uumaa jira jedhe.  Humni Adda Naannoo Amaara

Read More

Suuraa: OBN Finfinnee, Koreen Baraaraa Idil Adddunyaa(IRC) hongee hamaa muudateen namoota miidhaman gargaaruuf baasii dabalataa doolaara miliyoona 5 gargaarsa atattamaaf oolu ramade. Itoophiyaa, Somaaliyaa fi Keeniyaa keessatti namootni miliyoona 25 ta’an beela hamaafi hanqina bishaanitiif saaxilamanii jirus jedhe.  Itoophiyaatti daayirekteerri dhaabbatichaa Firaank Mikmaanus “Laaninaa fi jijjiiramni haala

Read More

Finfinnee, Tajaajilli Kominikeeshinii Federaalaa ibsa har’a baaseen mootummaan Federaalaa  waraana naannoo Tigraay jiru dhaabuu beeksise. “Lubbuu lammiilee haala yaaddessaa keessa jiran baraaruu fi dararaa lammilee hir'isuuf tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachuun barbaachisaa waan ta'eef, mootummaan  deeggarsa namoomaaf jecha walitti bu'iinsa dhaabuu murteessee jira” jedhe ibsichi Yeroo ammaa

Read More