HomeLaw & Justice (Page 32)

Law & Justice

Xalayaa Siinqee Inistiitiyuutiin Siinqee xalayaa Guraandhala keessa UNESCOf barreesseen ajjeechaa jibbinsaa fi gara jabinaa abbootii Gadaa Karrayyu irratti raawwatame akka balaaleffatu gaafate. Siinqeen Abbootiin Gadaa Karrayyuu bakka tokkotti ajjeefamuu jechuun aanga’oota mootummaa bakka tokkotti ajjeesuun tokkouma jedhe. Kanaanis uummatni Karrayyuu hoggansa dhabuu eere.  Sirni Gadaa Hambaa Kiliyaa

Read More

Bitaa Irraa Gadaa Gabbisaa, Mikaa’el Booran, Kennasaa Ayyaanaa, Daawit Abdataa, Battee Urgeessaa, Lammii Beenyaa Finfinnee, Guraandhala 11/2022- Hoggantootni Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) hidhaa seeraan alaa mormuun lagannaa nyaataa eegalan dadhabanii gara hoospitaalaa geeffamuu isaanii Pirezidaantiin Waldaa Maccaa fi Tuulamaa Dirribii Damissee Addis Standarditti himaniiru.  Hoggantootni  dhaabichaa kan akka

Read More

Finfinnee, Guraandhala 9/2022-  Manni murtii Waliigalaa Federaalaa galmee Koloneel Gammachuu Ayyaana fi kanneen biroo afur akka cufamu murteesse. Murtiin kun kan murtaa’e erga abukaattootni hidhamtootaa sarbiinsi mirga namoomaa hidhamtoota irra gahera, kana malees poolisii fi abbaan alaangaa ajaja mana murtii hin  kabajan jechuun himata dhiyeessani

Read More