HomeLaw & Justice (Page 34)

Law & Justice

Daawit Abdataa (Bitaa) & Lammii Beenyaa (Mirga) Madda: Midiyaa Hawaasa Bileh Jelan tiin  Finfinnee, Adoolessa 13/2021- Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) kan ta’an Lammii Beenyaa fi Daawit Abdataa buufata Poolisii magaalaa Mojoo keessaa baafamanii akka miliqfaman Addis Standard maddeen irraa hubatee jira. Addis Standard miliqfamuu Daawit Abdataa

Read More

Hoospitaala Sadarkaa Jalqabaa Bulan Siyannee Mokonnon tiin  Finfinnee, Adoolessa 12/2021- Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkalitti  walitti bu’iinsa torban darbe keessa uumameen namootni 14 yoo ajjeefaman, 17 madaa’anii 30 ammoo achi buuteen isaanii dhabame. Akka gaabasni Addis Standard argate ibsutii, maanguddoon tokko ganda Imaanjii jedhamtu keessatti Jimaata

Read More